Hisunul มุสลิม kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha. Hisnul มุสลิม Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo sawan fi Yeroo bahan
● Yeroo Mana fincaanii sawanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
●วายิตารักคู
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk .. ของ keessaa qaba